Fayyadamni(アプリケーション)kun waa'ee Sirna Gadaa karaa salphaa ta’een、amaloota bu’uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa’eedha。
Mataduree / qabduu barbaaddan cuqaasuun / tuquun odeeffannoo(ibsa)bu'uura waa’ee Sirna Gadaa、Sona Ijoowwan Isaa、Caasaa、Sadarkaa、Dhaabbata(Jaarmiyaa)、Odaawwan Gurguddoo、Irreecha fi Seerota
このアプリは、オロモ人のガダシステムをすばやく簡単に理解するために作られています。オロモ人のガダシステムについて知る必要のある情報を提供することにより、ガダシステムのすべての基本的な特徴と特徴を強調しています。
特定のボタン/タイトルをタップすることで、Gadaシステム、そのコアバリュー、構造、ランク(グレード)、機関、主要なOda、Irrecha、およびGadaシステムの基本法に関するより詳細な情報にすばやくアクセスできます。